Wq/om/jechamoota
Appearance
1. Tola fudhate Itti hin kafalle 2. Tola kenne Badhaase, arjoome 3. Tuffatamaa Jibbamaa 4. Tulluu biyya Kabajamaa, ulfaataa 5. Tulluu dhiiba Ofumaa dadhaba 6. Tulluu qaari’e Fagaate 7. Saree masgiida lixxe- salphate 8. Soorama ga’e dulloome 9. Soqe Barbaade 10. Soqee arge barbaadee arge 11. Suphe Haaromse 12. Suubboo ta’e niitii fuudhe 13. Taasise Godhe, Xumure 14. Qote Gidiraa yaade 15. Quba cabse Salphise 16. Quba hin qabu Hin beeku 17. Quba kaaye Arrabse, Busheesse 18. Quba qaba Ni beeka 19. Qubee kenne Kaadhimmate 20. Qubee lakkaaye Barate 21. Qullaa dhaabate Salphate, rakkate 22. Quufa dadhabe Ni boone 23. Quuxalaaye Qophaa’e 24. Raabsee jira hire, kenne 25. Raacha fakkaate bokokee, fokkise 26. Raafame jeeqame 27. Raagaa dhokse Waakkate 28. Raage bara guure 29. Raata’e gara wallaale 30. Qeerransa ta’e Ni lole