Wq/om/Filatamoo
Appearance
- Albert Einstein - "Namni dogoggora tokkollee hin raawwanne nama waan haaraa hin hojjenne dha".
- Steve Jobs - "Yeroon kee daanga'aa dha, kanaafuu itti jiraachuu nama kan biraa hin balleessin".
- Bill Gates - "Guyyaa milkaa'inaa kabajuun gaaridha. Garuu, fuulleffannoo cimaa guyyoota kufaatii irratti kennuun barbaachisaa dha".
- Warren Buffet - "Amanamummaan kennaa baay'ee mi'aa dha. Namoota rakasaa irraa immoo hin eegin".
- Bruce Lee - "Yeroo hundumaa dogoggorri dhiifama qabaata, sun yoo walhubachuun jiraate qofa dha ".
- Albert Hubbard - "Waarshaan tokko hojii nama 50 hojjechuu danda'a. Waarshaan kamiyyuu yaada nama tokkoo illee hojjechuu hin danda'u".
- Robert Kiosks - "Kufaatiin warra sodaatan ni naasisa, garuu moo'attoota immoo ni jabeessa".
- Abraham Lincoln - "Karaan hunda caalaatti fuuldura kee ittiin tolchitu, fuulleffachuu fi ijaaruu dhaan".
- Audrey Hepburn - "Wanti kamiyyuu ni danda'ama". "Nothing is impossible, the word itself says "I'm possible".
- Maya Angelou - " Ani akkan baradhetti waan ati jettu namoonni ni irraanfatu. Namoonni waan ati hojjette ni dagatu. Garuu, namoonni akkamitti akka isaan gammachiifte hin dagatan".
- Mike Ditka - "Garee Warra Moo'attootaa keessaa kan baatu yoo yaaluu dhiifte qofa".
- Oromoo "Jiruun tun akka bishaan garbaati, inni yoomille hin tasgabbaa'u sumatu akka itti daakan barachuu qaba."
Addunyaa guutuu irraa kan caabotame.